Humna Addaa OCI, Poolisii Oromiyaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaa Giddutti Dhukaasni Banamutuu Barame.
Akka kanaan Guyyaa hadhaa Fulbaana 12, 2019 Magalaa Burraayyutti walitti bu’iinsa qaamolee kanneen giddutti ta’een Boonbiin darbatamuun namoonni hedduun qaamaa miidhamuu fi hedduunis wareegamutu beekkame.
Qaamni tarkaanfii Boonbii kana fudhate hanga ammaatti hin neekkamin jira. Namoonni madahaan ammoo yeroo ammaa kana Hospitaala Phawuloositti geeffamuun yaalamaa jiru.
Notably, Oromia Central Intelligence has been implicated to Oromia Liberation Army aka WBO.
Please wait, video is loading...
Link: https://kichuu.com/humna-addaa-oci-pool ... uu-barame/