The key part, it should be added:
And here is its rough translation into english:Obbo Jireenyaa: Dhimmoota hedduutu ka’e. Isaan keessaa waan wal nama falmisiisu lamatu ture. Tokkoffaa dhimma waraanaa fi nageenyaati. Kan biraa dhimma siyaasaati.
Gama keenyaan rakkoon bu’uuraa biyyichaa rakkoo siyaasati. Isatu furmaata hin arganneef gara waraanaatti galamee jenne. Isaan ammo lakkii, rakkoon siyaasaa hin jiru. Nuyi ummataan filamnee aangoo qabanne kan jedhutu ka’e. Maaltu waraanatti nu galcheree kan jedhuuf garuu deebii gahaa hin arganne.
Gaaffii ummataatu jira. Loltuu biyyaafi poolisii qabattanii akka uummanni bilisaan hiree isaa hin murteeffanne gootaniittu kan jedhudha. Ummatarraa lola dhaabaa, loltuun biyyaa dhimma siyaasaa keessa hin galiin. Loltuufi qaamni nageenyaa to’annoo paartii tokko jalaa galuu hin qabu jenne.
Qaamuma aangoo siyaasaa to’atetu, dhimma siyaasaafi ummataa irratti murteessa. Paartileen siyaasaa kaanis hammatamuu qabu. Boordii filannoo, qaamoleen mirga namaaf falman, miidiyaafi dhaabbileen haqaa bilisa tahuu qabu kan jedhu kaasne.
Paartii tokkoon to’atamuun aangoo isaa ittiin tikfachuuf kan itti fayyadamu tahuu hin qabu, gadhiisaa kan jedhu ture. Gaafas nuyis irratti hirmaannee filannoo irratti hirmaachuu dandeenya jennaan kanatu fudhatama hin arganne.
Akka Itaamaajooriin waraana biyyaa 'gaaffiin siyaasaa deebi’ee jira, gaaffiin lafaa bara Dargii, kan eenyummaa bara TPLF, kan siyaasaa ammo bara Badhaadhinaa keessa deebi’eera’ jedhanii akak dubbatan tahuu hin qabu. Ajajaan waraanaa kan biyyaati malee kan paartii tokkoo miti. Haala kanaan dubbachuu hin qabu ture
Mr. Jireenya, jireenya si haa dhowu rabbi, lammi baay'ee dhiiga dhangalasiste, rabbi irra ni argata!Mr. Life: Many issues have been raised. There were two controversial aspects of them. First, it is a military and security issue. Another is a political issue.
For our part, the fundamental problem of the country is a political problem. We said that he went to war because he could not find a solution. They said no, there is no political problem. There was the claim that we were elected by the people and took power. What led us to war, however, was not adequately answered.
There is a public demand. You have arrested the army and police and prevented the people from freely determining their fate. Stop fighting from the people, don’t let the soldiers of the country get involved in political affairs. We said that the soldiers and security forces should not be under the control of one party.
The body that controls political power decides on political and public affairs. Other political parties should be included. We mentioned that the electoral board, human rights activists, media and judicial institutions should be independent.
It was that control by one party should not be used to protect its power, let it go. Then we said that we could participate in the elections and this was not accepted.
It should not be like the army Itamajors saying 'the political question has been restored, the land question has been restored during the Dargii era, the identity question during the TPLF era, and the political question has been restored during the Badhaadhina era' The military commander belongs to the country, not to any party. He shouldn't have spoken in this way
If you have a political demand, then formulate it and present it for consideration and ask the govenment for reconsideration in its political deliberations and executions of state affairs.
What you are demanding, according to your own words, is not a political demand, which you don't have to begin with, you are simply asking let's share the power with those who were duly elected to the office, after presenting their programs to the public.
This is not about you or the government, rather it is about the supremacy of the will of the people, which you now openly challenge. You must be a scumbag, idiot, who can only spill the bloods of the innocent people for nothing.
This will haunt you down for the rest of your life and beyond that.
The party currently in power is entrusted with it by the will of the people, if you had a viable political program, then you should have also dared to challenge the party in power with your alternative programs, but you have non of that, let death be to you, as far as you are killing my people!
https://www.bbc.com/afaanoromoo/article ... u39fvdrGLc