Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

ኮ/ል አብይ ከሀገሪቱ ወታደራዊ ጄነራሎች ጋር ሊያቀደርግ የነበረው ስብሰባ ወጥ በወጥ አደረገው ተባለ፡፡ ገንዘብ የለም፣ ድጋፍ የለም፣ የሚጋለት የለም፡፡ አሹ ወላይታ!

Post by AbebeB » 10 Sep 2020, 10:48

የሚከተለውን ማንበብ ይቻላል፡፡ ለማንኛውም ጄነራሎቹ በቢሾፍቱና ደምዶሎ በአደረጉት አስቸኳይ ስብሰባ ኮ/ል አብይ በራሱ መል እንዲሻ ነግረውት ከሕዝብ ጋር ለመዋጋት ጦሩ ፈቃደኛ ያለመሆኑን በሚገባ ገልጾለታል፡፡

“Guyyaa har’aa sa’a booda dhimma Filannoo Tigraay fi Fincila xumura gabrummaa Qeerroo gaggeeffamaa jiru irratti Abiyfi Jeneraaloota Raayyaa ittisa Biyyaa wajjiin waltajjii dhooksan gaggeessa turan irratti Jeneraalonni Gaaffii jajjabduu Abiy irratti kaasanii;
1, Tigraay irratti lola labsuu irra maaliif waan Ummaatni barbaadu hin deebifneef?
2, Tigraay Filannoo gaggeesse Naannoon bira hoo yoo ni gaggeesina jadhe deebiin Mootummaa humna moo maal ta’a?
3, Jawar Mohammed hidha keessa ture biyya akkamiin nagaan bulchuu dandeenya?
4, Mootummaan Gaaffii ummata deebisu irra maaliif dhiiga Lammiilee dhangalaasu filate?
5, Humnaan hanga yoomitti Ethiopian Biyya taatee itti fufti?
6, Naannoo Koronaa Vaayrasii eeggatte Filannoo gaggeesite Mootummaa Federaalaa akkamiin Filannoo gaggeessuu dadhabe?……
waltajjii osoo kaayyoo waamameef hin milkaa’in fashalaa’eera!!
Abiy osoo Oromoon Caccabsa jadhu ofiifu bakka meeqatti caccabe jira!
Abiy maqaaf teesso irra jira malee kufee jira! Qeerroo barana Injifannoon galaa itti muddi Tokkummaan!!”