Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

@OMN: Kadiiroon gaffi fi deebii Yayyaaf godhe keessatti [ያያ ባሽር: ትናንት ጀዋር ቢገደል ኖሮ ተቀደምን ወይስ አልተቀደምንም?]

Post by AbebeB » 23 Oct 2019, 19:24

Kadiiroon gaffi fi deebii Yayyaaf godhe keessatti mee kana haa hubanu:

Yaayyaa, yaadni kun duranuu doggogora ture. Osoo WBOn akka Jawarii fi Baqallaan jedhan sanatti harka kenne ta’e, yoona kana eessa jira ture? Mee of gaafadhu. Atti ofii kee bilchinnaan haala nan hubadha jechuu ni dandeesee, yerodhaan akka atti galagaluu dandeessu haa yaadnu mee. Garuu meeqan Oromootu hubannoo siyaasaa yeroo gahatti qaba (tactic issue)?

Moraa keenya jabbeefachuu immoo maliif hanqanne? Maliif yaada ittiin durfamnu filana? OPDOn maqaan ishee Oromoo ta’e malee jarri miseensaa bayyeenii fi warri angoo olii irra jiran warra habashadhaam.

https://www.facebook.com/OromiaMedia/vi ... 046874771/


Post Reply