Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

ጠ/ሚ አብይ አመድ የአሁኑ ከፋ ዞን ሀገር የነበረ በመሆኑ ክልል ለመሆን መጠየቁ የሚበዛበት ሳይሆን ሕገ መንግስቱም ይፈቅድለታል ብለው ነበር ለካ?

Post by AbebeB » 18 Sep 2019, 14:49

ጠ/ሚ አብይ አመድ የአሁኑ ከፋ ዞን ሀገር የነበረ በመሆኑ ክልል ለመሆን መጠየቁ የሚበዛበት ሳይሆን ሕገ መንግስቱም ይፈቅድለታል ብለው ነበር ለካ?
Please wait, video is loading...

AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

Re: ጠ/ሚ አብይ አመድ የአሁኑ ከፋ ዞን ሀገር የነበረ በመሆኑ ክልል ለመሆን መጠየቁ የሚበዛበት ሳይሆን ሕገ መንግስቱም ይፈቅድለታል ብለው ነበር ለካ?

Post by AbebeB » 18 Sep 2019, 17:20

succession wrote:
18 Sep 2019, 16:46
OPDO miseensi fi deegartoota isaan lafa irraa balleesan malee nageenyii,badhaadhiini, fi mirgi abbaa biyyummaa hin jiru.
succession,
Yaadni kee naaf hingale. Mee bifa biradhaan irra naaf deebiyyi?

succession
Member
Posts: 21
Joined: 16 Sep 2019, 19:52

Re: ጠ/ሚ አብይ አመድ የአሁኑ ከፋ ዞን ሀገር የነበረ በመሆኑ ክልል ለመሆን መጠየቁ የሚበዛበት ሳይሆን ሕገ መንግስቱም ይፈቅድለታል ብለው ነበር ለካ?

Post by succession » 18 Sep 2019, 19:13

Dhaabni OPDO Miseensii fi deegartootni isaanii
Kayyoo fi galiin isaanii bu'aa dhuunfaa mataa isaanii fi dantaa garee ykn biyyoota biroo Oromoo irratti fe'uun ala fayidaa hin qaban.
Jarri kuni baduun isaan wabii
1.Nageenyaa
2.Diinagdee
3.Mirgaa dimookraasi kkf gonfachiisa.
Kan yoon jedhu qabeenya Oromoo irraa eenyuutu fayyadamaa jira? ( kan uumaa,hojjii,daldala)
Nageenyaa: Oromoon nageenyaa hin qabuu,bahee galuuf rakkataa jira,akkasumas lafa fi nama asii fi cirtee jirti.
Dimookraasii:
Caasaan amma jiruu OPDO mmaa malee akkaata local,zone, region hawaasaa ,diinadgee,siyaasaa ,bulchiinsaa caaseefamee miti.
Oromoon biyyaatti irraa citee biyyaa fedhii irratti hundaawee ijaarachuu qaba
Kana jechuun Oromoo fi Itophiyaan waliif fallaa dha namni gadi [deleted] yoo ilaalee.
Oroomoo fi kibbii yoo biyyaa tokkoo ijaaraan ,magaalaa guddoo tokkoo lixaa Oromiyaa ,Iluu yk immoo Lixa wallaggaatti set up gochuu network Egypt-South Africa ,Senegal fi Western Africa,Morocco walliti daldachuun biyyaa guddoo ijjaaruu ni danda'ama.
Kanaaf,ummatni qomceen gonkomaan akka Oromoon diingdeen,siyaasaan deemuu hin barbaadan.ISAAN IRRAA ADDA BAHUUN WAAN GAARII DHA!

AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

Re: ጠ/ሚ አብይ አመድ የአሁኑ ከፋ ዞን ሀገር የነበረ በመሆኑ ክልል ለመሆን መጠየቁ የሚበዛበት ሳይሆን ሕገ መንግስቱም ይፈቅድለታል ብለው ነበር ለካ?

Post by AbebeB » 18 Sep 2019, 19:41

succession wrote:
18 Sep 2019, 19:13
Dhaabni OPDO Miseensii fi deegartootni isaanii
Kayyoo fi galiin isaanii bu'aa dhuunfaa mataa isaanii fi dantaa garee ykn biyyoota biroo Oromoo irratti fe'uun ala fayidaa hin qaban.
Jarri kuni baduun isaan wabii
1.Nageenyaa
2.Diinagdee
3.Mirgaa dimookraasi kkf gonfachiisa.
Kan yoon jedhu qabeenya Oromoo irraa eenyuutu fayyadamaa jira? ( kan uumaa,hojjii,daldala)
Nageenyaa: Oromoon nageenyaa hin qabuu,bahee galuuf rakkataa jira,akkasumas lafa fi nama asii fi cirtee jirti.
Dimookraasii:
Caasaan amma jiruu OPDO mmaa malee akkaata local,zone, region hawaasaa ,diinadgee,siyaasaa ,bulchiinsaa caaseefamee miti.
Oromoon biyyaatti irraa citee biyyaa fedhii irratti hundaawee ijaarachuu qaba
Kana jechuun Oromoo fi Itophiyaan waliif fallaa dha namni gadi [deleted] yoo ilaalee.
Oroomoo fi kibbii yoo biyyaa tokkoo ijaaraan ,magaalaa guddoo tokkoo lixaa Oromiyaa ,Iluu yk immoo Lixa wallaggaatti set up gochuu network Egypt-South Africa ,Senegal fi Western Africa,Morocco walliti daldachuun biyyaa guddoo ijjaaruu ni danda'ama.
Kanaaf,ummatni qomceen gonkomaan akka Oromoon diingdeen,siyaasaan deemuu hin barbaadan.ISAAN IRRAA ADDA BAHUUN WAAN GAARII DHA!
succession,
Amma naaf galee jira. Galatoomi.
OPDOn yoo waa baate malee hirba hin raftu. Dur warra ishee uume (TPLF) mataa isheetti bachaa turte. QBO (aka Qeerroo)n irraa dhahee OPDO bilisoomsinaan, amma immoo amaara dugdatti badhachaa jirtti. Ba'aa malee hintoltu waan ta'eef OPDOn.

Kanaaf, kan dugdatti badhatee jara qurccii sana walumaan OPDO gara qileetti darbuu nuuf wayya. Yoo akkana hin taana sabni Oromoo boqqonaa arkachuu hin danda'u.

kan kee,

Post Reply