Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
yaballo
Member
Posts: 2524
Joined: 16 Feb 2013, 02:30

OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.. Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo have ALL gone back to bed

Post by yaballo » 11 Jul 2019, 02:29

OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት




<<a) ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.

(By Rediet Tamire Oshone)

የሰሞኑን tragedy ተከትሎ አንድ thought experiment መስራት ግድ ይለናል። ክስተቱ እንዳለ ሆኖ የተፈጸመበትን ክልል ብቻ ቀይሩት። የጥቃቱ ፈጻሚ የአብን sympathizer ከመሆን ፈንታ የኦነግ sympathizer ነው እንበል። ጥቃቱ የተፈጸመውም የኦሮምያ ክልል መስተዳደር ላይ ነው እንበል። ምክንያቱ ደግሞ አሁን ያለው የኦህዴድ አመራር የኦሮሞን ጥቅም በሚገባ አላስጠበቀም የሚል ነው እንበል። አሁን በስፋት እንደሚታየው ጥቃት ፈጻሚው ጀግናዬ ነው የሚሉ ሰዎች እና ቡድኖች እንደ አሸን ይፈሉ ነበር? ጥቃቱ ሲፈጸም የነበሩ ሰዎችን ማስረጃ ሁሉ ወደጎን ብሎ፣ ጥቃት ፈጻሚው ንጹህ ነው ብሎ ድርቅ የሚል ሰፊ ድምጽ ይኖር ነበር? ብዙዎች በአንድ ጀምበር፣ አሁን መንግስት የሚያቀርበውን መረጃ በ microscope እንደሚመረምሩት እና በወንፊት እንደሚያበጥሩት፣ በተመሳሳይ መልኩ behave ያረጉ ነበር? ሚዲያው በአጠቃላይ አሁን እንደሚያረገው ለጥቃት ፈጻሚው እና ለቤተሰቡ sympathy ያሳይ ነበር? ለተጠርጣሪውስ ጥፋቱ እስኪጣራ ንጹህ ነው ብሎ "the benefit of the doubt" ይሰጥ ነበር? ሳር ቅጠሉስ ጥቃት ፈጻሚውን ከ "ጀግና" ይልቅ demon ለማድረግ አፍታ ይፈጅበት ነበርን? ከጎጃም uprising ፣ ከነ ግርማ ብሩ መፈንቅለመንግስት፣ እስከ እነ መንግስቱ ንዋይ መፈንቅለ መንግስት እና እስከሰሞኑ ክስተት ገሀድ የወጣ አንድ ሀቅ አለ። "ኢትዮጵያዊነት" ፣ ኢትዮጵያዊ የመሆን privilage ፣ በዜግነት ወይንም በፓስፖርት "ኢትዮጵያዊ" ከመሆን በጣም የጠለቀ ትርጉም አለው። ድንዙዛን የዜግነት ፖለቲካ አራማጆች ኢትዮጵያዊነትን በቁራጭ ወረቀት ወደሚሰጥ ዜግነት ሊያሳንሱት ቢሞክሩም ቅሉ፣ ሚስጥሩ ጥልቅ እና ረቂቅ ነው። ችግሮቻችን በአብዛኛው የሚያጠነጥኑት በዚ ባልተጻፈው አግላይ፣ ወገንተኛ ኢትዮጵያዊነት ዙሪያ ነው። በዚ ባልተጻፈው የኢትዮጵያዊነት መስፈርት፣ መሰረት አሳምነው ጽጌ "ንጹህ ኢትዮጵያዊ" ሆኖ ተገኝቶዋል፣ ስለዚህም የአይን እማኞች እና ሌሎች በርካታ ማስረጃዎች ጥፋተኝነቱን ቢያስረዱም፣ እርሱን ለማጀገን እንጂ ለማውገዝ የሚቸኩል የለም። ኢትዮጵያዊነት በውሀ ላይ በሚንሳፈፍ ትልቅ የበረዶ ጉማጅ (iceberg) ይመሰላል። ከውሀው በላይ ብቅ ብሎ የሚታየው አነስኛው ክፍል በወረቀት የሚገኘው ፣ "የዜግነት ኢትዮጵያዊነት" ነው። ከውሀው በታች ያለው እና እጅግ ግዙፉ ግን የማይታየው የበረዶው አካል ደግሞ ባልተጻፈው ኢትዮጵያዊነት ይመሰላል። መረጃ እና ማስረጃ አይገዛኝም ብሎ irrational ሆኖ ያስቸገረው ይሄ ያልተጻፈው በጭምብል ውስጥ ያለ፣ አግላይ እና ወገንተኛ ኢትዮጵያዊነት ነው።እሱ እያለ የዜግነት ፖለቲካ በፍጹም አይሰራም።

#ኢትዮጵያዊነት_ቁራጭ_ወረቀት_ላይ_ከሰፈረ_ዜግነት_በላይ_ነው!
#ድኩማን_ኢዜማ_ይሰማል?>>


b) ማስተዋል ሆይ ከወዴት አለሽ?

<<ማስተዋል ሆይ ከወዴት አለሽ?

(By Rediet Tamire Oshone)

እንግዴ የለውጡ ትሩፋት regressive የሆኑ የ hegemony አስጠባቂ አሀዳዊ "ምሁራን" መንግስት በሚያዘጋጀው መድረክ ላይ ተገኝተው ለሌሎች እናውቃለን ማለት ሆኗል! ይሄ ሁሉ የጠቅላይ ሚኒስትር አብይ አህመድ አስተዳደር፣ ከህብረ-ብሄራዊ ፌደራሊዝም ጠላቶች ጋር የሚያደርገው አላስፈላጊ መሞዳሞድ ውጤት ነው። አስተዳደሩ የደቡብን እጣ ፈንታ እጅ መንሻ ገጸ-በረከት አድርጎ በማቅረብ ወዳጅ ለመግዛት የፈለገ ይመስላል። አስተዳደሩ በሚወስዳቸው ግብታዊ እርምጃዎች መርህ ላይ የተመሰረተ አጋር ሊሆነው የሚችለውን ሀይል እየገፋ፣ በማንኛውም ሰአት ከጀርባው ሊወጉት ከሚያደቡ አሀዳዊያን ጋር flirt እያረገ ይገኛል። አንድ ነገር ግን ግልጽ ይሁን። የእኛን እጣ ፈንታ እጅ መንሻ አርጎ መስጠት አይቻልም። የሰጡትን የሚቀበል ትውልድ አሁን የለም !

#ሰባተኛው_ንጉስ_የመጨረሻው_ንጉስ!
#ህገ_መንግስቱ_ይከበር!>>




c) Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo, etc, have ALL gone back to bed ...

By Etana Habte.

<< Yaada waljijjiirraa/falammii siyaasaa yeroo ammaa biyya keenya keessa jiru keessatti hamaanis ta’e tolaadhaan sagaleen Amaaraa olka’ee dhaga’amaa jira. Dhimmi isaanii sadarkaa biyyaatti xiyyeeffannaa guddaa argataa jira. Habashoonni Finfinnee fi magaalota biyyattii keessa jiranis akkasuma sagaleen isaanii guddatee dhaga’amaa jira. Sagalee qabaachuu qofa miti; hubattanii argitan yoota’e mootummaan dhimma jara kanaa of eeggannaa guddaadhaan qabee irratti hojjetaa jira. Kana jechuun humnoonni siyaasaa kun lamaan amalaa fi boca mootummaa federaalaa tolchuu keessatti humna argataa jiru jechuudha.

Gama biraatiin jijjiirama amma argameef gatii guddaa kan baase Oromoon sagaleen isaa tasumaa dhabamaa jira. Paartiiwwan Oromoo akka aannan ciccitee bakka dhibba taa’anii wal ilaalaa jiru; kaan isaanii ammoo maqaa deggarsa jedhuun waraqaa eenyummaa tokko malee OPDO-ODPf miseensa ta’aniiru; ‘digital activism’n dur sagalee Oromoo tokkummaadhaan jabeessee dubbatu yeroo ammaa kana hidhannoo hiikkateera yoojenne dhugaa irraa fagoo hinjiru; OPDO-ODPn ykn inni BMNO jedhamu habashaa tajaajiluu hojii idilee taasifateera. Namni maqaa Oromiyaa kaasu hinjiru, kan fedha Oromiyaa tarkaanfachiisus hinjiru.

Sirumaa Oromoon siyaasa kaabaa irraa ajandaa kennammuuf fudhatee hojii ofii taasifatee yaadda’aa jira. Gaaffii mirga abbummaa Magaalaa Finfinnee isa gatii guddaa itti baase jabaatee dhiibuu dhiisee ibsa gurmuun kashalabboota Finfinnee Baaldaraas ofiin jettu daawwatee isa hojii ofii godhachaa jira. Jara dhaggeeffatee kantiibaa magaalattii dantaa Oromiyaaf dhimma tokkollee hinqabne, jara gammachiisuuf jecha addababa’iitti hamma ‘ani Oromoo miti’ jechuutti adeeme deggeruuf yeroo ofii gubaa jira. Walumaagalatti humni siyaasaa warri kaabaa qaban jabaachaa gara wiirtuututti wayita deebi’aa jiru kanatti humni siyaasa Oromoo inni sochii fi wareegama Qeerrootiin tolchituu ajandaa siyaasa Itiyoophiyaa ta’ee ture amma suuta jedhee gara moggaatti deebi’aa jira. Galanni kan MM Abiyyii fi kan OPDO-ODPti.>>




Medo
Member
Posts: 886
Joined: 11 Jul 2018, 12:30

Re: OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.. Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo have ALL gone back to

Post by Medo » 11 Jul 2019, 11:13

Daniel kibrit is the spiritual ayatullah of mabara qidusan political wing of Amaras NAMA chauvinist boys. Who mix politics and religion just like minilik.

Abaymado
Member
Posts: 1304
Joined: 27 Sep 2017, 21:56

Re: OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.. Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo have ALL gone back to

Post by Abaymado » 11 Jul 2019, 12:12

the agew agame yaballo: what does this shiiit say?
"

c) Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo, etc, have ALL gone back to bed ...

By Etana Habte.

<< Yaada waljijjiirraa/falammii siyaasaa yeroo ammaa biyya keenya keessa jiru keessatti hamaanis ta’e tolaadhaan sagaleen Amaaraa olka’ee dhaga’amaa jira. Dhimmi isaanii sadarkaa biyyaatti xiyyeeffannaa guddaa argataa jira. Habashoonni Finfinnee fi magaalota biyyattii keessa jiranis akkasuma sagaleen isaanii guddatee dhaga’amaa jira. Sagalee qabaachuu qofa miti; hubattanii argitan yoota’e mootummaan dhimma jara kanaa of eeggannaa guddaadhaan qabee irratti hojjetaa jira. Kana jechuun humnoonni siyaasaa kun lamaan amalaa fi boca mootummaa federaalaa tolchuu keessatti humna argataa jiru jechuudha.

Gama biraatiin jijjiirama amma argameef gatii guddaa kan baase Oromoon sagaleen isaa tasumaa dhabamaa jira. Paartiiwwan Oromoo akka aannan ciccitee bakka dhibba taa’anii wal ilaalaa jiru; kaan isaanii ammoo maqaa deggarsa jedhuun waraqaa eenyummaa tokko malee OPDO-ODPf miseensa ta’aniiru; ‘digital activism’n dur sagalee Oromoo tokkummaadhaan jabeessee dubbatu yeroo ammaa kana hidhannoo hiikkateera yoojenne dhugaa irraa fagoo hinjiru; OPDO-ODPn ykn inni BMNO jedhamu habashaa tajaajiluu hojii idilee taasifateera. Namni maqaa Oromiyaa kaasu hinjiru, kan fedha Oromiyaa tarkaanfachiisus hinjiru.

Sirumaa Oromoon siyaasa kaabaa irraa ajandaa kennammuuf fudhatee hojii ofii taasifatee yaadda’aa jira. Gaaffii mirga abbummaa Magaalaa Finfinnee isa gatii guddaa itti baase jabaatee dhiibuu dhiisee ibsa gurmuun kashalabboota Finfinnee Baaldaraas ofiin jettu daawwatee isa hojii ofii godhachaa jira. Jara dhaggeeffatee kantiibaa magaalattii dantaa Oromiyaaf dhimma tokkollee hinqabne, jara gammachiisuuf jecha addababa’iitti hamma ‘ani Oromoo miti’ jechuutti adeeme deggeruuf yeroo ofii gubaa jira. Walumaagalatti humni siyaasaa warri kaabaa qaban jabaachaa gara wiirtuututti wayita deebi’aa jiru kanatti humni siyaasa Oromoo inni sochii fi wareegama Qeerrootiin tolchituu ajandaa siyaasa Itiyoophiyaa ta’ee ture amma suuta jedhee gara moggaatti deebi’aa jira. Galanni kan MM Abiyyii fi kan OPDO-ODPti.>>


"


so you are telling us you speak galligna?
ፈሳም አጋሜ!

Tog Wajale
Member
Posts: 1856
Joined: 23 Dec 2017, 07:23

Re: OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.. Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo have ALL gone back to

Post by Tog Wajale » 11 Jul 2019, 12:14

Messages To All Ethiopian And Eritrean, We Ethiopian Amara & Mighty Shaebia Eritrean People Must Organize To Destroy The Cancerous Creatures Named Woyane T.P.L.F. Once For All From The Hideout Of Mekelle, Adwa Areas. If Not,, Eritrea And Ethiopia Will Never Ever Lived Side By Side As Long As Woyane T.P.L.F Sabotaged The Peace Process. It Is High Time Now To Destroy The Dedebit Woorgach Cancerous Agga*me T.P.L.F Woyane From Tigrai Areas & Ethiopian Areas For Good.

Tog Wajale
Member
Posts: 1856
Joined: 23 Dec 2017, 07:23

Re: OPINION: ከዜግነት ጥልቅ የሆነው irrational ኢትዮጵያዊነት.. Meanwhile, Oromo politicians, activists, qeerroo have ALL gone back to

Post by Tog Wajale » 11 Jul 2019, 12:25

If We Don't Take Descisive Swift Actions Against These Dedebit Woorgach Agga*me T.P.L.F. Woyane Former Criminals Leaders Now, Then We Are Looking Troubles Quagmires In Ethiopia And Eritrea In The Near Future. Ethiopia Mighty End Up Breaking Up Into Three Parts Of Countries. That's The Dreams Of The Dedebit Woorgach Agga*me T.P.L.F. Woyane Former Leaders. By All Means We Need Exterminate These Cancerous Creatures Now Before It Is Too Late.

Post Reply